Barumsa 13: Yihowaan Akka Ati Hin Sodaanne Si Gargaara
Waaʼee Yihowaa dubbachuu sodaattee beektaa? Yihowaan akka ati hin sodaanne kan si gargaaru akkamitti?
Kanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa
GILGAALOTA MICHUU YIHOWAA TAʼI
Yihowaan Akka Ati hin Sodaanne Si Gargaaruu kan Dandaʼu Akkamitti?
Yihowaan akkuma intala xinnoo Israaʼel kanaa atis akka hin sodaanne si gargaaruu dandaʼa.
VIIDIYOOWWAN
Michoota Yihowaa Irraa Baradhu
Seenaa namoota Kitaaba Qulqulluu keessa jiranii fi michoota Yihowaa taʼan irraa baradhu!
BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU
Viidiyoowwanii fi Gilgaalota Ijoollee
Ijoollee keessan naamusa gaarii barsiisuuf viidiyoowwan Kitaaba Qulqulluurratti hundaaʼanii fi gilgaalota nama bashannansiisan kanatti fayyadamaa.