Dhimma ijoo ta'etti seeni

Seenaa fi Kitaaba Qulqulluu

Bara hedduudhaaf eegamee turuudhaan, gama hiikkaatiin, akkasumas gama raabsuutiin Kitaabni Qulqulluun seenaa adda taʼe qaba. Argannoowwan haaraanis gama seenaatiin sirrii taʼuu isaa mirkaneessuu isaanii itti fufaniiru. Amantiin kee maal iyyuu yoo taʼe, Kitaabni Qulqulluun kitaaba kam irraa iyyuu adda akka taʼe hubatta.

MATA DUREEWWAN DABALATAA

Qorannoo Arkiʼooloojii Daawit Mootichi Dhugumaan Akka Jiraate Argisiisu

Qeeqxonni tokko tokko seenaan Daawit oduu durii ykn sheekkoo namoonni yeroo booda uumanidha jedhanii falmu. Maarree arkiʼooloojistoonni maal argatan?

Wantoota qophaaʼan

Macaafni Qulqulluun​—Dhaamsisaa Maalidha?

Dhaamsi ijoon macaafa qulqulluu maali?