Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Kaanaadaa

  • Moonteryaal, Kaanaadaa—Masaraa Eegumsaa Raabsuu

Odeeffannoo Gabaabaa—Kaanaadaa

  • 38,704,000—Baayʼina uummataa
  • 120,388—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 1,164—Gumiiwwan
  • 1 nama 325f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

TAJAAJILA

Hawaasa Jalqabaa Kaanaadaatiif Lallabuu

Dhugaa Baatonni Yihowaa afaanota hawaasa jalqabaa Kaanaadaa hedduudhaan namoonni waaʼee Uumaa afaan isaaniitiin akka baratan gargaaran.

ODUU HAARAA

Amantii Dinqisiisaa Obboloonni Kaampiiwwan Hojii Humnaa Kaanaadaatti Argisiisan

Obboloonni kaampiiwwan hojii humnaa Kaanaadaatii erga gadhiifamanii barana waggaa 75​ffaa qabataniiru. Qalbii isaanii isa Kitaaba Qulqulluutiin leenjiʼeen kan kaʼe hidhamaniiru.