Odeeffannoo Gabaabaa—Ispeen
- 48,197,000—Baayʼina uummataa
- 122,061—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
- 1,397—Gumiiwwan
- 1 nama 397f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu
DAMMAQAA!
Ispeeniin haa Daawwannu
Ispeen gosoota garaa garaa fi uummata heduu qabdi. Addunyaa irratti zayitii ejersaa oomishuudhaan biyyi Ispeeniin qixxaatu akka hin jirre beektaa?
MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA
Dubartoonni Moloksee Turan Obbolaa Hafuuraa Waliif Taʼan
Wanti gaadaamiidhaa akka baʼanii fi amantii Kaatolikii akka dhiisan isaan kakaase maali dha?