Hojiiwwan Dhugaa Baatota Yihowaa

Tajaajila Keenya

Paaris Keessatti Abdii Kitaaba Qulqulluu Namootatti Himuu

Dhugaa Baatonni duula abdii Kitaaba Qulqulluu gara fuulduraatti Pilaaneetiin keenya faalama qilleensa irraa bilisa akka taatu dubbatu namootatti himuuf qophaaʼe irratti hirmaatanii turan.

Barreeffamoota Qopheessuu

Taʼee Seena Qabeessa!

Hiikni Addunyaa Haaraa Dubbii Waaqayyoo karaa dubbisuuf salphatuun kan hiike yeroo taʼu, yaada barreeffama isa durii irra jiru amanamummaadhaan dabarseera.

Qophiiwwan Adda Taʼan

Walgaʼii Guddaa Afaan Taagaaloogiin Roomaatti Geggeeffame—“Maatii Guddaan Deebiʼee Tokko Taʼe!”

Dhugaa Baatota Yihowaa kumaan lakkaaʼamanii fi Awurooppaa keessa jiraataniif afaan isaaniitiin walgaʼiin guyyaa sadii kan geggeeffame yeroo jalqabaatiifi dha.

Hojii Ijaarsaa

Waarwiikitti Ollaawwan Haaraa

Jiraattonni naannoo Waarwiik, Niiwu Yoorki, ijaarsa waajjira muummee haaraa Dhugaa Baatota Yihowaa irratti yeroo hirmaatan wanta isaanitti dhagaʼame ibsan.

Jireenya Betʼel

Egzibiishinii Kitaaba Qulqulluu Maqaa Yihowaatiif Ulfina Fidu

Argisiisni Kitaaba Qulqulluu dinqisiisaan kun bara 2013tti waajjira muummeetti baname. Kitaabonni Qulqulluun gatii guddaa qabanii fi baayʼinaan hin argamne hedduun akka kennaatti kennamaniiru.