Dhugaa Baatota Yihowaa—Daangaa Malee Ijaaruu
Dhugaa Baatonni Yihowaa gamoowwan isaanii addunyaa maratti argaman hedduudhaaf diizaayinii baasu, ni ijaaru akkasumas ni suphu. Namoonni fedhiidhaan of dhiheessan daangaan sabootaa fi garaa garummaan afaanii utuu isaan hin dhowwin hojii addunyaa maratti raawwatamu kana deggeruuf akkamitti akka hojjetan ilaali.