DAMMAQAA! Lakk. 1 2024 | Kabajni kan Hafe Maaliifi
Yeroo baayʼee namoonni kabaja waan hin argisiisneef, nama kabaja argisiisu yeroo argan baayʼee isaan ajaaʼiba.
Fakkeenyaaf, namoonni hedduun waliisaaniitti, warrasaaniitti, maanguddootatti, poolisootatti, hoggantootatti, akkasumas barsiisotatti hagas mara kabaja hin argisiisan. Kana malees, miidiyaalee hawaasaarratti wanta namoota salphisu baasu! Barruun Harvard Business Review jedhamu akka ibsetti, kabaja dhabuun “baayʼee babalʼachaa jira.” Barruun kun itti fufuudhaan “kana ilaalchisee gabaasni dhihaatu akka dabalee fi namoonni amala akkasii argisiisuu erga jalqabanii akka ture” ibseera.
Warra Kaan Kabajuun
Warra kaanitti kabaja qabaachuun barbaachisaa kan taʼe maaliif akka taʼee fi kabaja argisiisuuf maal gochuu akka dandeessu baradhu.
Jireenya Kabajuun
Gorsa Kitaaba Qulqulluu jireenya ofiifis taʼe kan warra kaaniitiif kabaja qabaachuuf gargaaru ilaali.
Maatii Kabajuun
Maatiin hundi miseensonni maatichaa kan wal kabajan yoo taʼe caalaatti gammadoo taʼa.
Of Kabajuun
Kitaabni Qulqulluun kabaja akka ofiif qabaatanii fi jireenyisaanii akka fooyyaʼu namoota gargaara.
Kabajni kan Hafe Maaliifi?
Mata dureewwan waaʼee kabaja argisiisuu fi Dhugaa Baatonni Yihowaa addunyaa maratti hawaasasaanii keessatti kabaja argisiisuun akka babalʼatu gochaa kan jiran akkamitti akka taʼe ibsan dubbisi.