DAMMAQAA! Ebla 2015 | Macaafni Qulqulluun Yeroo Harʼaatti Ni Fayyadaa?
Seerawwan buʼuuraa inni barsiisuu fi akkuma yeroo itti barreeffamee yeroo harʼaas akka fayyadu mirkaneessan afur ilaali.
MATA DUREE FUULA JALQABAA
Macaafni Qulqulluun Yeroo Harʼaatti Ni Fayyadaa?
Hiiltan yeroo manaa baʼetti, warri isaa abdii isatti kutatanii turan. Haa taʼu malee, waggaa 12 booda jijjiirama guddaa waan godheef eenyummaa isaa beekuun isaanitti ulfaatee ture. Maaltu isa jijjiire?
MATA DUREE FUULA JALQABAA
Amanamummaa
Raakel mattaʼaa isheedhaaf kenname fudhachuudhaan qarshii argachuu ni dandeessi turte; isheen garuu fudhachuu diduu isheetiin wanta caalaatti gatii guddaa qabu akka argatte isheetti dhagaʼama.
MATA DUREE FUULA JALQABAA
Of Toʼachuu
Nama Kaasiyus jedhamu aarii isaa toʼachuuf kan isa gargaare maali dha?
MATA DUREE FUULA JALQABAA
Hiriyaa Gaaʼelaatiif Amanamuu
Dubartiin tokko abbaa manaa isheetiif amanamuun ishee faayida qabeessa taʼuu isaa rakkina ishee irra gaʼe irraa baratteetti. Gaaʼelli ishee diigamuu irraa ooluu dandaʼeeraa?
MATA DUREE FUULA JALQABAA
Jaalala
Macaafni Qulqulluun waaʼee jaalalaa iddoo baayʼeetti kan dubbatu taʼus, waaʼee jaalala saala faallaa baayʼinaan hin dubbatu.
GAAFANNOO
Sababii Qeesiin Tokko Amantii Isaa Itti Dhiise
Carraaqqiin Antooniyoo Deelaa Gaataan Waaqayyoon argachuuf godhe, Waaqayyoo wajjin walitti dhufeenya cimaa qabaachuuf kan isa dandeessise akkamitti akka taʼe dubbisi.
MAATIIDHAAF
Miira Kee Toʼachuu Kan Dandeessu Akkamitti?
Tarkaanfiiwwan Macaafa Qulqulluu irratti hundaaʼan shan aarii kee toʼachuuf si gargaaruu dandaʼu.
GAAFANNOO
‘Dhukkuba Koo Irratti Xiyyeeffachuu Hin Barbaadu’
Iliisaan dhukkuba hin fayyine akka dandamattuu fi yeroo tokko tokko immoo dhukkubsattuu taʼuu ishee iyyuu akka irraanfattu kan ishee gargaare maali dha?
QAAMNI KANA TOLCHE JIRAA?
Dandeettii Dhageettii BillaachaaDinqisiisaa Taʼe
Akkaataan uumamaa gurra isaa wal xaxaa taʼuu baatus bineensota hunda caalaa dhagaʼa.
Wantoota garabiraa
Dhiifama Godhi
Nama si mufachiisu tokko akkamitti qabuu qabda?