MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Onkoloolessa 2024
Maxxansi kun mata dureewwan Muddee 9, 2024–Amajjii 5, 2025tti qoʼataman qabateera.
1924—Waggaa Dhibba Tokko Dura
Bara 1924tti Barattoonni Kitaaba Qulqulluu misiraachicha lallabuusaanii itti fufuuf malawwan ija jabina gaafatanitti fayyadamaniiru.
MATA DUREE QOʼANNAA 40
Yihowaan “Warra Garaan Isaanii Cabe ni Fayyisa”
Torban Muddee 9-15, 2024 keessatti kan qoʼatamu.
MATA DUREE QOʼANNAA 41
Guyyoota Dhumaa 40n Yesuus Lafarratti Dabarserraa Maal Baranna?
Torban Muddee 16-22, 2024 keessatti kan qoʼatamu.
MATA DUREE QOʼANNAA 42
Obboloota “Kennaa” Taʼan Akka Dinqisiifattan Argisiisaa
Torban Muddee 23-29, 2024 keessatti kan qoʼatamu.
MATA DUREE QOʼANNAA 43
Shakkii Kee Balleessuu kan Dandeessu Akkamitti?
Torban Muddee 30, 2024–Amajjii 5, 2025. . . keessatti kan qoʼatamu.
Kana Beektaa?
Israaʼelonni durii muuziqaadhaaf iddoo akkamii kennu turan?
Gaaffii Dubbistootaa
Ol dheerinni barandaa mana qulqullummaa Solomoon hammam ture?
Qabxiilee Ijoo Irra Deebiʼi
Wanta reefu qoʼatte yaadachuun si rakkisee beekaa? Maarree wanti si gargaaruu dandaʼu maalidha?