Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Fuula Soddomii Lama

Fuula Soddomii Lama

Fuula Soddomii Lama

◼ Garmalee alkoolii dhuguurraa of qusachuuf tarkaanfiiwwan akkamii fudhachuu dandeessa? FUULA 6-9 ILAALI.

◼ Waaqayyo Israaˈeloonni durii Kanaˈaanotarratti waraana akka banan kan ajaje maaliifi? FUULA 11-13 ILAALI.

◼ Ilmaan namootaa gara samii akka dhaqan yaadamee turee? FUULA 17 ILAALI.

◼ Warri hiriyaa gaaˈelaakee jireenya keessan gidduu yoo galan maal gochuu dandeessu? FUULA 20-22 ILAALI.

◼ Kiristiyaanonni guyyaa Sanbataa kabajuun isaanirraa eegamaa? FUULA 25-27 ILAALI.