MASARAA EEGUMSAA Adoolessa 2013
MATA DUREE FUULA JALQABAA
Firdiiwwan Waaqayyoo—Gara Jabinaan Kan Raawwatamanidhaa?
Gaaffii kana deebisuuf firdiiwwan Waaqayyoo Macaafa Qulqulluu keessatti galmeeffaman keessaa lama, jechuunis Bishaan Badiisaa bara Nohiifi badiisa Kanaʼaanotarra gaʼe ilaali.
KITAABNI QULQULLUUN JIREENYA NAMOOTAA NI JIJJIIRA
Macaafni Qulqulluun Jireenya Namootaa Ni Jijjiira
Eesaan muuziqaadhaan buʼa qabeessa taʼuyyuu, jireenyisaa kaayyoo akka hin qabne beeka ture. Weellisaan muuziqaa heevii meetaal kun akkamitti gammachuu dhugaa akka argate dubbisi.
Kana Beektaa?
Magaalaan Nanawwee isheen durii “mandara dhiiga namaa dhangalaaftu” kan jedhamte maaliifi? Yihudoonni durii bantii manasaaniitti ittisa kan ijaaran maaliifi?
MATA DUREE FUULA JALQABAA
Halaalatti Nama Jibbuu—Rakkina Addunyaa Maraa
Halaalatti nama jibbuun maalidha? Rakkina addunyaa maraa hunda keenya tuqudha kan jennu maaliifi?
MATA DUREE FUULA JALQABAA
Halaalatti Nama Jibbuun Kan Hafu—Yoomi?
Seenaawwan dhugaan, Macaafni Qulqulluun namoonni qomoo garaagaraa qaban jibba akka moʼan argisiisan jiru. Jibbi guutummaatti kan badu yoomi?
Deebii Gaaffii Macaafa Qulqulluu
Yihowaan dhugaa akka beektu barbaada. Caaffata Qulqullaaʼoo akka hubatu si gargaara.
Wantoota garabiraa
Dhugaa Baatonni Yihowaa Namoota Amantii Mataasaanii Qaban Kan Haasofsiisan Maaliifi?
Dhugaa Baatonni Yihowaa namoota amantii mataasaanii qaban kan haasofsiisan maaliifi?