Dhimma ijoo ta'etti seeni

“Egaa Cimi, Ija Jabaadhuu Hojjedhu”!

Haalawwan dhiphisoo taʼan dandamachuun Yihowaatti amanamuu gaafata. Daawit Yihowaatti akka amanamu hojiidhaan kan argisiise akkamitti akka taʼe hubachuuf yaalaa.

1 Seenaa 28:1-20; 1 Saamuʼel 16:1-23; 17:1-51 irratti hundaʼee kan dhihaatu

 

Kanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa

MASARAA EEGUMSAA

‘Lolli kun kan Waaqayyoo Ti’

Daawit Goliyaadiin akka injifatu kan isa gargaare maali dha? Seenaa Daawit irraa maal baranna?