GAAFFII 15
Gammachuu Argachuu Kan Dandeessu Akkamitti?
“Bakka jibbi jirutti sangaa coome nyaachuu mannaa, bakka jaalalli jirutti kuduraa nyaachuu wayya.”
“Ani Waaqa kee Yihowaa isa wanta si fayyadu si barsiisu, karaa irra deemuu qabdu irras si geggeessu dha.”
“Warri wantoota hafuuraa dheebotan gammadoo dha; Mootummaan samii kan isaanii ti.”
“Nama akka ofii keetti jaalladhu.”
“Wanta namoonni akka isiniif godhan barbaaddan, isinis akkanuma isaaniif godhaa.”
“Gammadoon illee namoota dubbii Waaqayyoo dhagaʼanii hojii irra oolchani dha!”
“Namni tokko qabeenya hedduu yoo qabaate illee jireenyi isaa wantoota inni qabu irratti kan hundaaʼe [miti].”
“Kanaafuu, nyaataa fi uffata yoo qabaanne wantoota kanatti gammannee jiraachuu qabna.”
“Fudhachuu irra kennuutu caalaatti nama gammachiisa.”