ARGISIISI Kitaaba Kitaaba Qulqulluu Uumama Baʼuu Leewwota Lakkoofsa Keessa Deebii Iyyaasuu Abbootii Murtii Ruut 1 Saamuʼel 2 Saamuʼel 1 Mootota 2 Mootota 1 Seenaa Baraa 2 Seenaa Baraa Izraa Nahimiyaa Asteer Iyyoob Faarfannaa Fakkeenya Lallaba Weedduu Weedduu Caalu Isaayyaas Ermiyaas Faaruu Ermiyaas Hisqiʼel Daaniʼel Hoseʼaa Yooʼel Amoos Obaadiyaa Yoonaas Miikiyaas Naahom Anbaaqom Sefaaniyaa Haagee Zakkaariyaas Miilkiyaas Maatewos Maarqos Luqaas Yohaannis Hojii Ergamootaa Roomaa 1 Qorontos 2 Qorontos Galaatiyaa Efesoon Filiphisiyus Qolosaayis 1 Tasalonqee 2 Tasalonqee 1 Ximotewos 2 Ximotewos Tiitoo Fiilmoon Ibroota Yaaqoob 1 Pheexiros 2 Pheexiros 1 Yohaannis 2 Yohaannis 3 Yohaannis Yihudaa Mulʼata Boqonnaa 1 2 3 4 5 Xalayaa Pheexiros Isa Tokkoffaa Boqonnaawwan 1 2 3 4 5 Qabiyyee Kitaabichaa 1 Nagaa dhaamuu (1, 2) Abdii isa jiraataatiif akka haaraatti dhalachuu (3-12) Akka ijoollee ajajamootti qulqulloota taʼaa (13-25) 2 Dubbicha dharraʼaa (1-3) Akka dhagoota jiraatootti gara mana hafuuraatti ijaaramuu (4-10) Addunyaa keessatti akka ormaatti jiraachuu (11, 12) Karaa sirrii taʼeen aangoodhaaf bitamuu (13-25) Kiristoos isa fakkeenya nuuf taʼu (21) 3 Haadhotii manaa fi abbootii manaa (1-7) Miira walii hubadhaa; nagaa barbaadaa (8-12) Qajeelummaadhaaf jedhanii rakkachuu (13-22) Waaʼee abdii keessanii deebii kennuuf qophaaʼoo taʼaa (15) Cuuphaa fi qalbii gaarii (21) 4 Akkuma Kiristoos fedhii Waaqaatiif jiraadhaa (1-6) Dhumni wantoota hundumaa dhihaateera (7-11) Rakkina Kiristiyaanota taʼuu keenyaan nu irra gaʼu (12-19) 5 Tuuta hoolota Waaqayyoo tiksaa (1-4) Gad of qabaa, dammaqoo taʼaa (5-11) Yaaddoo keessan hundumaa isa irratti gataa (7) Diyaabilos akka leenca barooduu ti (8) Yaada xumuraa (12-14) Deebiʼi Itti Fufi Maxxansi Ergi Ergi 1 Pheexiros—Qabiyyee Kitaabichaa KITAABA QULQULLUU HIIKA ADDUNYAA HAARAA 1 Pheexiros—Qabiyyee Kitaabichaa Afaan Oromoo 1 Pheexiros—Qabiyyee Kitaabichaa https://cms-imgp.jw-cdn.org/img/p/1001061100/univ/wpub/1001061100_univ_sqr_xl.jpg nwt 1 Pheexiros ful. 1984