Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Kitaaba Moototaa Isa Lammaffaa

Boqonnaawwan

Qabiyyee Kitaabichaa

  • 1

    • Eeliyaas Ahaaziyaan akka duʼu raajii dubbate (1-18)

  • 2

    • Eeliyaas obomboleettiidhaan ol fudhatame (1-18)

      • Eelsaaʼi uffata Eeliyaas fudhate (13, 14)

    • Eelsaaʼi bishaan Yeriikoo fayyise (19-22)

    • Amaaketoonni ijoollee Beetelii baʼan ni ajjeesan (23-25)

  • 3

    • Yooraam mootii Israaʼel (1-3)

    • Moʼaab Israaʼel irratti fincila kaaste (4-25)

    • Moʼaab ni moʼamte (26, 27)

  • 4

    • Eelsaaʼi zayitii dubartii abbaan manaa irraa duʼe tokkoo baayʼise (1-7)

    • Shunamittiin tokko keessummaa simatte (8-16)

    • Dubartiin tokko ilma deesse; innis ni duʼe (17-31)

    • Eelsaaʼi mucaa duʼe sana duʼaa kaase (32-37)

    • Eelsaaʼi ittoon kan nyaatamu akka taʼu godhe (38-41)

    • Eelsaaʼi daabboo baayʼise (42-44)

  • 5

    • Eelsaaʼi Naʼamaaniin dhukkuba nadaayii irraa isa fayyise (1-19)

    • Gehaaz inni sassattuu taʼe dhukkuba nadaayiitiin qabame (20-27)

  • 6

    • Eelsaaʼi sibiilli qottoo akka bololiʼu godhe (1-7)

    • Eelsaaʼii fi warra Sooriyaa (8-23)

      • Ijji tajaajilaa Eelsaaʼii ni baname (16, 17)

      • Warri Sooriyaa sammuun isaanii ni jaame (18, 19)

    • Beela Samaariyaa ishii marfamte keessatti uumame (24-33)

  • 7

    • Eelsaaʼi beelichi akka dhaabbatu raajii dubbate (1, 2)

    • Buufata warri Sooriyaa dhiisanii baqatan keessatti nyaanni ni argame (3-15)

    • Raajiin Eelsaaʼi dubbate ni raawwatame (16-20)

  • 8

    • Lafti Shunamittii ishiidhaaf deebifame (1-6)

    • Eelsaaʼi, Benhadaadii fi Hazaaʼel (7-15)

    • Yooraam mootii Yihudaa (16-24)

    • Akaaziyaa mootii Yihudaa (25-29)

  • 9

    • Yehuun mootii Israaʼel taʼee dibame (1-13)

    • Yehuun Yooraamii fi Akaaziyaa ajjeese (14-29)

    • Iizaabel ni ajjeefamte; saroonni foon ishii ni nyaatan (30-37)

  • 10

    • Yehuun maatii Ahaab fixe (1-17)

      • Yonaadaab Yehuu deggere (15-17)

    • Yehuun waaqeffattoota Baʼaal ajjeese (18-27)

    • Seenaa bulchiinsa Yehuu (28-36)

  • 11

    • Ataaliyaan humnaan teessicha fudhatte (1-3)

    • Yoʼaas dhoksaadhaan mootii godhame (4-12)

    • Ataaliyaan ni ajjeefamte (13-16)

    • Yehoyaadaan jijjiirama fide (17-21)

  • 12

    • Yoʼaas mootii Yihudaa (1-3)

    • Yoʼaas mana qulqullummaa haaresse (4-16)

    • Weerara warra Sooriyaa (17, 18)

    • Yoʼaas ni ajjeefame (19-21)

  • 13

    • Yehoʼahaaz mootii Israaʼel (1-9)

    • Yoʼaas mootii Israaʼel (10-13)

    • Eelsaaʼi hinaaffaa Yoʼaas qore (14-19)

    • Eelsaaʼi ni duʼe; lafeen isaa nama tokko duʼaa ni kaase (20, 21)

    • Raajiin Eelsaaʼii inni dhumaa ni raawwatame (22-25)

  • 14

    • Amaaziyaa mootii Yihudaa (1-6)

    • Waraana Edoomii fi Israaʼelii wajjin godhame (7-14)

    • Yoʼaas mootiin Israaʼel ni duʼe (15, 16)

    • Amaaziyaan ni duʼe (17-22)

    • Yeroboʼaam Lammaffaa mootii Israaʼel (23-29)

  • 15

    • Azaariyaa mootii Yihudaa (1-7)

    • Mootota Israaʼel warra dhumaa: Zakkaariyaas (8-12), Shaalum (13-16), Menaahem (17-22), Peqaayaa (23-26), Peeqaa (27-31)

    • Yootaam mootii Yihudaa (32-38)

  • 16

    • Akaaz mootii Yihudaa (1-6)

    • Akaaz Asoorotaaf mattaʼaa kenne (7-9)

    • Akaaz pilaanii iddoo aarsaa waaqeffannaa sobaa garagalfate (10-18)

    • Akaaz ni duʼe (19, 20)

  • 17

    • Hosheʼaa mootii Israaʼel (1-4)

    • Israaʼel ni kufte (5, 6)

    • Israaʼel gantuu waan taateef ni boojiʼamte (7-23)

    • Namoonni biyya ormaa gara magaalota Samaariyaatti fidaman (24-26)

    • Amantii wal makaa warra Samaariyaa (27-41)

  • 18

    • Hisqiyaas mootii Yihudaa (1-8)

    • Seenaa kufaatii Israaʼel (9-12)

    • Senaaheriib Yihudaa weerare (13-18)

    • Raabshaaqichi Yihowaa arrabse (19-37)

  • 19

    • Hisqiyaas karaa Isaayyaas gargaarsa Waaqayyoo barbaade (1-7)

    • Senaaheriib Yerusaalemiin doorsise (8-13)

    • Kadhannaa Hisqiyaas (14-19)

    • Isaayyaas deebii Waaqayyo kenne dubbate (20-34)

    • Maleekaan tokko Asoorota 185,000 ajjeese (35-37)

  • 20

    • Hisqiyaas ni dhukkubsate, ni fayyes (1-11)

    • Ergamoota Baabilonii dhufan (12-19)

    • Hisqiyaas ni duʼe (20, 21)

  • 21

    • Minaasee mootii Yihudaa; dhiiga ni dhangalaase (1-18)

      • Yerusaalem ni balleeffamti (12-15)

    • Amoon mootii Yihudaa (19-26)

  • 22

    • Yosiyaas mootii Yihudaa (1, 2)

    • Qajeelfama mana qulqullummaa haaressuuf kenname (3-7)

    • Kitaabni Seerichaa ni argame (8-13)

    • Huldaan badiisni akka dhufu raajii dubbatte (14-20)

  • 23

    • Yosiyaas haareffama godhe (1-20)

    • Faasikaan ni kabajame (21-23)

    • Haareffama dabalataa Yosiyaas godhe (24-27)

    • Yosiyaas ni duʼe (28-30)

    • Yehoʼahaaz mootii Yihudaa (31-33)

    • Yehoyaaqiim mootii Yihudaa (34-37)

  • 24

    • Yehoyaaqiim ni fincile, ni duʼes (1-7)

    • Yehoyaakiin mootii Yihudaa (8, 9)

    • Yeroo jalqabaatiif gara Baabilonitti geeffaman (10-17)

    • Zedeeqiyaa mootii Yihudaa; ni fincile (18-20)

  • 25

    • Nebukadnezaar Yerusaalemitti marse (1-7)

    • Yerusaalemii fi manni qulqullummaa ishii ni balleeffame; yeroo lammataatiif gara Baabilonitti geeffaman (8-21)

    • Gedaaliyaan bulchaa godhame (22-24)

    • Gedaaliyaan ni ajjeefame; namoonni gara Gibxiitti baqatan (25, 26)

    • Yehoyaakiin Baabiloonitti ni gadhiifame (27-30)