ARGISIISI Kitaaba Kitaaba Qulqulluu Uumama Baʼuu Leewwota Lakkoofsa Keessa Deebii Iyyaasuu Abbootii Murtii Ruut 1 Saamuʼel 2 Saamuʼel 1 Mootota 2 Mootota 1 Seenaa Baraa 2 Seenaa Baraa Izraa Nahimiyaa Asteer Iyyoob Faarfannaa Fakkeenya Lallaba Weedduu Weedduu Caalu Isaayyaas Ermiyaas Faaruu Ermiyaas Hisqiʼel Daaniʼel Hoseʼaa Yooʼel Amoos Obaadiyaa Yoonaas Miikiyaas Naahom Anbaaqom Sefaaniyaa Haagee Zakkaariyaas Miilkiyaas Maatewos Maarqos Luqaas Yohaannis Hojii Ergamootaa Roomaa 1 Qorontos 2 Qorontos Galaatiyaa Efesoon Filiphisiyus Qolosaayis 1 Tasalonqee 2 Tasalonqee 1 Ximotewos 2 Ximotewos Tiitoo Fiilmoon Ibroota Yaaqoob 1 Pheexiros 2 Pheexiros 1 Yohaannis 2 Yohaannis 3 Yohaannis Yihudaa Mulʼata Boqonnaa 1 2 3 4 5 6 7 8 9 10 11 12 13 Xalayaa Warra Qorontosiif Barreeffame Isa Lammaffaa Boqonnaawwan 1 2 3 4 5 6 7 8 9 10 11 12 13 Qabiyyee Kitaabichaa 1 Nagaa dhaamuu (1, 2) Waaqni rakkina hundumaa keessatti nu jajjabeessa (3-11) Phaawulos karoora imalaa isaa jijjiire (12-24) 2 Fedhii Phaawulos gammachuu akka argatan qabu (1-4) Cubbamaa dhiifamni godhameefii gumiitti deebiʼe (5-11) Phaawulos Xiroʼaasii fi Maqedooniyaatti (12, 13) Tajaajila isa hiriira injifannoo taʼe (14-17) Dubbii Waaqayyoo hin qanxabnu (17) 3 Xalayaa deggersaa (1-3) Tajaajiltoota kakuu haaraa (4-6) Ulfina guddaa kakuu haaraan qabu (7-18) 4 Ifa misiraachichaa (1-6) Sammuun warra hin amannee jaameera (4) Qabeenya gatii guddaa qabuu fi qodaa suphee keessa jiru (7-18) 5 Isa samii irratti qophaaʼe sana uffachuu (1-10) Tajaajila araarsuu (11-21) Uumama haaraa (17) Ambaasaaddaroota Kiristoos (20) 6 Gaarummaa Waaqayyoo karaa dogoggoraatiin fayyadamuu hin qabnu (1, 2) Ibsa tajaajila Phaawulos ilaalchisee kenname (3-13) Gita malee walitti hin camadaminaa (14-18) 7 Wanta xureessu irraa of qulqulleessuu (1) Phaawulos Kiristiyaanota Qorontositti ni gammade (2-4) Tiitoon gabaasa gaarii fide (5-7) Karaa Waaqa gammachiisuun gadduu fi yaada geddarachuu (8-16) 8 Kiristiyaanota Yihudoota taʼaniif buusii walitti qabuu (1-15) Tiitoon gara Qorontositti ergama (16-24) 9 Gorsa arjoota akka taʼan kenname (1-15) Waaqayyo nama gammachuudhaan kennu jaallata (7) 10 Phaawulos tajaajila isaatiif falmate (1-18) Meeshaan waraanaa keenya kan foonii miti (4, 5) 11 Phaawulosii fi ergamoota hunda irra caalan (1-15) Rakkoowwan Phaawulos ergamaa taʼuu isaatiin isa irra gaʼan (16-33) 12 Mulʼatawwan Phaawulos arge (1-7a) Qoree foon Phaawulos waraanu (7b-10) Ergamoota hunda irra caalan sanaa gad miti (11-13) Phaawulos warra Qorontosiif yaaddaʼe (14-21) 13 Akeekkachiisaa fi gorsa xumuraa (1-14) “Amantii keessa jiraachuu keessan beekuuf yeroo hunda of qoraa” (5) Sirreeffama godhaa; yaada tokko qabaadhaa (11) Deebiʼi Itti Fufi Maxxansi Ergi Ergi 2 Qorontos—Qabiyyee Kitaabichaa KITAABA QULQULLUU HIIKA ADDUNYAA HAARAA 2 Qorontos—Qabiyyee Kitaabichaa Afaan Oromoo 2 Qorontos—Qabiyyee Kitaabichaa https://cms-imgp.jw-cdn.org/img/p/1001061100/univ/wpub/1001061100_univ_sqr_xl.jpg nwt 2 Qorontos ful. 1888-1889