ARGISIISI Kitaaba Kitaaba Qulqulluu Uumama Baʼuu Leewwota Lakkoofsa Keessa Deebii Iyyaasuu Abbootii Murtii Ruut 1 Saamuʼel 2 Saamuʼel 1 Mootota 2 Mootota 1 Seenaa Baraa 2 Seenaa Baraa Izraa Nahimiyaa Asteer Iyyoob Faarfannaa Fakkeenya Lallaba Weedduu Weedduu Caalu Isaayyaas Ermiyaas Faaruu Ermiyaas Hisqiʼel Daaniʼel Hoseʼaa Yooʼel Amoos Obaadiyaa Yoonaas Miikiyaas Naahom Anbaaqom Sefaaniyaa Haagee Zakkaariyaas Miilkiyaas Maatewos Maarqos Luqaas Yohaannis Hojii Ergamootaa Roomaa 1 Qorontos 2 Qorontos Galaatiyaa Efesoon Filiphisiyus Qolosaayis 1 Tasalonqee 2 Tasalonqee 1 Ximotewos 2 Ximotewos Tiitoo Fiilmoon Ibroota Yaaqoob 1 Pheexiros 2 Pheexiros 1 Yohaannis 2 Yohaannis 3 Yohaannis Yihudaa Mulʼata Boqonnaa 1 2 3 4 5 6 7 8 9 10 11 12 13 14 15 16 17 18 19 20 21 22 23 24 25 26 27 28 29 30 31 32 33 34 35 36 Kitaaba Seenaa Baraa Isa Lammaffaa Boqonnaawwan 1 2 3 4 5 6 7 8 9 10 11 12 13 14 15 16 17 18 19 20 21 22 23 24 25 26 27 28 29 30 31 32 33 34 35 36 Qabiyyee Kitaabichaa 1 Solomoon ogummaa argachuuf kadhate (1-12) Qabeenya Solomoon (13-17) 2 Qophii mana qulqullummaa ijaaruuf godhame (1-18) 3 Solomoon mana qulqullummaa ijaaruu jalqabe (1-7) Kutaa Hundumaa Caalaa Qulqulluu (8-14) Utubaawwan sibiila diimaa lamaan (15-17) 4 Iddoo aarsaa, Galaanichaa fi miʼawwan bishaanii (1-6) Baattuuwwan ibsaa, minjaalotaa fi mooraawwan (7-11a) Miʼawwan mana qulqullummaa hojjetamanii xumuraman (11b-22) 5 Qophii eebba mana qulqullummaatiif godhame (1-14) Taabotichi gara mana qulqullummaatti geeffame (2-10) 6 Solomoon sabichaaf haasaa dhiheesse (1-11) Kadhannaa Solomoon eebba mana qulqullummaa irratti dhiheesse (12-42) 7 Manni qulqullummaa ulfina Yihowaatiin guutame (1-3) Sirnawwan eebba mana qulqullummaa irratti raawwataman (4-10) Yihowaan Solomoonitti mulʼate (11-22) 8 Hojiiwwan ijaarsaa Solomoon raawwate warra kaan (1-11) Waaqeffannaan mana qulqullummaatti raawwatamu ni gurmaaʼe (12-16) Dooniiwwan Solomoon (17, 18) 9 Mootuun Sheebaa gara Solomoon dhufte (1-12) Qabeenya Solomoon (13-28) Solomoon ni duʼe (29-31) 10 Israaʼel Rooboʼaam irratti fincila kaase (1-19) 11 Bulchiinsa Rooboʼaam (1-12) Leewwonni amanamoon gara Yihudaa dhaqan (13-17) Maatii Rooboʼaam (18-23) 12 Shishaaq Yerusaalem irratti duule (1-12) Dhuma bulchiinsa Rooboʼaam (13-16) 13 Abiyaa mootii Yihudaa (1-22) Abiyaan Yeroboʼaamiin moʼe (3-20) 14 Abiyaan ni duʼe (1) Aasaa mootii Yihudaa (2-8) Aasaan namoota Itoophiyaa 1,000,000 ni moʼe (9-15) 15 Haareffama Aasaan raawwate (1-19) 16 Aasaan Sooriyaa wajjin walii galtee godhe (1-6) Hanaaniin Aasaa ifate (7-10) Aasaan ni duʼe (11-14) 17 Yoshaafaax mootii Yihudaa (1-6) Duula barsiisuuf godhame (7-9) Humna waraanaa Yoshaafaax (10-19) 18 Yoshaafaax Ahaabii wajjin michummaa uume (1-11) Mikaayaan akka injifataman raajii dubbate (12-27) Ahaab Raamot Giiliyaaditti ajjeefamuu isaa (28-34) 19 Yehuun Yoshaafaaxiin ifate (1-3) Haareffama Yoshaafaax raawwate (4-11) 20 Saboonni naannoo ishii Yihudaa doorsisan (1-4) Yoshaafaax gargaarsa argachuuf kadhate (5-13) Deebii Yihowaan kenne (14-19) Yihudaan dinqiidhaan oole (20-30) Dhuma bulchiinsa Yoshaafaax (31-37) 21 Yooraam Mootii Yihudaa (1-11) Ergaa barreeffamaa Eeliyaas biraa ergame (12-15) Yooraam dhumni isaa gaarii hin taane (16-20) 22 Mootii Yihudaa kan taʼe Akaaziyaa (1-9) Ataaliyaan humnaan teessoo mootii fudhatte (10-12) 23 Yehoyaadaan ija jabinaan tarkaanfii fudhate; Yoʼaas mootii taʼe (1-11) Ataaliyaan ni ajjeefamte (12-15) Haareffama Yehoyaadaan raawwate (16-21) 24 Bulchiinsa Yoʼaas (1-3) Yoʼaas mana qulqullummaa haaresse (4-14) Yoʼaas gantuu taʼe (15-22) Yoʼaas ni ajjeefame (23-27) 25 Amaaziyaa mootii Yihudaa (1-4) Waraana Edoomii wajjin godhame (5-13) Amaaziyaan waaqolii tolfamoo waaqeffate (14-16) Waraana Yoʼaas mootii Israaʼelii wajjin godhame (17-24) Amaaziyaan ni duʼe (25-28) 26 Ooziyaa mootii Yihudaa (1-5) Humna waraanaa Ooziyaa (6-15) Ooziyaan inni of tuultuu taʼe dhukkuba nadaayiitiin qabame (16-21) Ooziyaan ni duʼe (22, 23) 27 Yootaam mootii Yihudaa (1-9) 28 Akaaz mootii Yihudaa (1-4) Akaaz Sooriyaa fi Israaʼeliin moʼame (5-8) Odeed Israaʼeliin akeekkachiise (9-15) Yihudaan ni salphifamte (16-19) Akaaz waaqolii tolfamoo waaqeffate, ni duʼes (20-27) 29 Hisqiyaas mootii Yihudaa (1, 2) Haareffama Hisqiyaas raawwate (3-11) Manni qulqullummaa ni qulqulleeffame (12-19) Tajaajilli mana qulqullummaa deebiʼee jalqabe (20-36) 30 Hisqiyaas Faasikaa kabaje (1-27) 31 Hisqiyaas gantummaa balleesse (1) Luboonnii fi Leewwonni sirriitti deggersa argatan (2-21) 32 Senaaheriib Yerusaalemiin doorsise (1-8) Senaaheriib Yihowaa morme (9-19) Maleekaan tokko raayyaa waraanaa Asoor rukute (20-23) Hisqiyaas ni dhukkubsate, of tuule (24-26) Hisqiyaas milkaaʼina argate, ni duʼes (27-33) 33 Minaasee mootii Yihudaa (1-9) Minaaseen wanta hamaa raawwatu irraa yaada geddarate (10-17) Minaaseen ni duʼe (18-20) Amoon mootii Yihudaa (21-25) 34 Yosiyaas mootii Yihudaa (1, 2) Haareffama Yosiyaas raawwate (3-13) Kitaabni Seerichaa ni argame (14-21) Huldaan badiisni akka dhufu raajii dubbatte (22-28) Yosiyaas kitaabicha sabichaaf ni dubbise (29-33) 35 Yosiyaas Faasikaa guddaa qopheesse (1-19) Faraʼoon Nekoon Yosiyaasiin ajjeese (20-27) 36 Yehoʼahaaz mootii Yihudaa (1-3) Yehoyaaqiim mootii Yihudaa (4-8) Yehoyaakiin mootii Yihudaa (9, 10) Zedeeqiyaa mootii Yihudaa (11-14) Badiisa Yerusaalem (15-21) Labsii Qiiros manni qulqullummaa deebiʼee akka ijaaramuuf baase (22, 23) Deebiʼi Itti Fufi Maxxansi Ergi Ergi 2 Seenaa Baraa—Qabiyyee Kitaabichaa KITAABA QULQULLUU HIIKA ADDUNYAA HAARAA 2 Seenaa Baraa—Qabiyyee Kitaabichaa Afaan Oromoo 2 Seenaa Baraa—Qabiyyee Kitaabichaa https://cms-imgp.jw-cdn.org/img/p/1001061100/univ/wpub/1001061100_univ_sqr_xl.jpg nwt 2 Seenaa Baraa ful. 740-742