ARGISIISI Kitaaba Kitaaba Qulqulluu Uumama Baʼuu Leewwota Lakkoofsa Keessa Deebii Iyyaasuu Abbootii Murtii Ruut 1 Saamuʼel 2 Saamuʼel 1 Mootota 2 Mootota 1 Seenaa Baraa 2 Seenaa Baraa Izraa Nahimiyaa Asteer Iyyoob Faarfannaa Fakkeenya Lallaba Weedduu Weedduu Caalu Isaayyaas Ermiyaas Faaruu Ermiyaas Hisqiʼel Daaniʼel Hoseʼaa Yooʼel Amoos Obaadiyaa Yoonaas Miikiyaas Naahom Anbaaqom Sefaaniyaa Haagee Zakkaariyaas Miilkiyaas Maatewos Maarqos Luqaas Yohaannis Hojii Ergamootaa Roomaa 1 Qorontos 2 Qorontos Galaatiyaa Efesoon Filiphisiyus Qolosaayis 1 Tasalonqee 2 Tasalonqee 1 Ximotewos 2 Ximotewos Tiitoo Fiilmoon Ibroota Yaaqoob 1 Pheexiros 2 Pheexiros 1 Yohaannis 2 Yohaannis 3 Yohaannis Yihudaa Mulʼata Boqonnaa 1 2 3 4 5 6 Xalayaa Warra Efesooniif Barreeffame Boqonnaawwan 1 2 3 4 5 6 Qabiyyee Kitaabichaa 1 Nagaa dhaamuu (1, 2) Eebba hafuuraa (3-7) Wanta hunda gara Kiristoositti walitti qabuu (8-14) “Bulchiinsa” yeroon murteeffametti hundeeffamu (10) Hafuuraan chaappaa gochuun “dursee akka qabdiitti kan kenname” dha (13, 14) Phaawulos amantii warra Efesooniif Waaqa galateeffate, akkasumas isaaniif ni kadhate (15-23) 2 Kiristoosii wajjin jiraachifamuu (1-10) Girgiddaan gargar baasu ni diigame (11-22) 3 Iccitii qulqulluu saboota kaan dabalatu (1-13) Saboonni kaanis Kiristoosii wajjin dhaaltota taʼu (6) Kaayyoo Waaqayyoo isa bara baraa (11) Kadhannaa warri Efesoon hubannaa akka argatan dhihaate (14-21) 4 Qaama Kiristoosiin tokko taʼuu (1-16) Namoota kennaa taʼan (8) Namummaa moofaa fi haaraa (17-32) 5 Dubbii fi gocha qulqulluu (1-5) Akka ijoollee ifaatti deddeebiʼaa (6-14) Hafuuraan guutamaa (15-20) Yeroo keessan akka gaariitti itti fayyadamaa (16) Gorsa abbootii manaa fi haadhotii manaatiif kenname (21-33) 6 Gorsa ijoollee fi warraaf kenname (1-4) Gorsa garbootaa fi gooftoliidhaaf kenname (5-9) Meeshaa waraanaa guutuu isa Waaqayyo biraa argamu (10-20) Nagaa xumuraa (21-24) Deebiʼi Itti Fufi Maxxansi Ergi Ergi Efesoon—Qabiyyee Kitaabichaa KITAABA QULQULLUU HIIKA ADDUNYAA HAARAA Efesoon—Qabiyyee Kitaabichaa Afaan Oromoo Efesoon—Qabiyyee Kitaabichaa https://cms-imgp.jw-cdn.org/img/p/1001061100/univ/wpub/1001061100_univ_sqr_xl.jpg nwt Efesoon ful. 1913