ARGISIISI Kitaaba Kitaaba Qulqulluu Uumama Baʼuu Leewwota Lakkoofsa Keessa Deebii Iyyaasuu Abbootii Murtii Ruut 1 Saamuʼel 2 Saamuʼel 1 Mootota 2 Mootota 1 Seenaa Baraa 2 Seenaa Baraa Izraa Nahimiyaa Asteer Iyyoob Faarfannaa Fakkeenya Lallaba Weedduu Weedduu Caalu Isaayyaas Ermiyaas Faaruu Ermiyaas Hisqiʼel Daaniʼel Hoseʼaa Yooʼel Amoos Obaadiyaa Yoonaas Miikiyaas Naahom Anbaaqom Sefaaniyaa Haagee Zakkaariyaas Miilkiyaas Maatewos Maarqos Luqaas Yohaannis Hojii Ergamootaa Roomaa 1 Qorontos 2 Qorontos Galaatiyaa Efesoon Filiphisiyus Qolosaayis 1 Tasalonqee 2 Tasalonqee 1 Ximotewos 2 Ximotewos Tiitoo Fiilmoon Ibroota Yaaqoob 1 Pheexiros 2 Pheexiros 1 Yohaannis 2 Yohaannis 3 Yohaannis Yihudaa Mulʼata Boqonnaa 1 2 3 4 5 Kitaaba Faaruu Ermiyaas Boqonnaawwan 1 2 3 4 5 Qabiyyee Kitaabichaa 1 Yerusaalem dubartii abbaan manaa irraa duʼetti fakkeeffamte Magaalattiin kophaatti hafti (1) Cubbuu guddaa Xiyoon raawwatte (8, 9) Waaqni Xiyooniin tuffate (12-15) Xiyooniin kan jajjabeessu hin jiru (17) 2 Yihowaan Yerusaalemitti dheekkame Gara laafina itti hin argisiisne (2) Yihowaan diinaa ishiitti taʼe (5) Xiyooniif booʼuu (11-13) Warri achiin darban magaalaa bareedduu turtetti qoosu (15) Diinonni badiisa Xiyoonitti gammadu (17) 3 Ermiyaas miira isaa fi abdii qabu ibse ‘Obsaan nan eeggadha’ (21) Gara laafinni Waaqaa yeroo hundumaa ganama ganama haaraa dha (22, 23) Waaqni warra isa abdataniif gaarii dha (25) Dargaggoonni waanjoo baachuun isaanii gaarii dha (27) Waaqni isatti akka hin dhihaanneef duumessaan daandii isaa cufe (43, 44) 4 Balaa cimaa Yerusaalem marfamuun ishii geessise Hanqina nyaataa (4, 5, 9) Dubartoonni ijoollee ofii affeelan (10) Yihowaan aarii isaa dhangalaase (11) 5 Kadhannaa sabichi haala isaa duraatti deebiʼuuf dhiheesse “Wanta nu irra gaʼe yaadadhu” (1) “Cubbuu waan hojjenneef, nuuf wayyoo!” (16) “Yaa Yihowaa, ofitti nu deebisi” (21) “Guyyoota keenya haaressi” (21) Deebiʼi Itti Fufi Maxxansi Ergi Ergi Faaruu Ermiyaas—Qabiyyee Kitaabichaa KITAABA QULQULLUU HIIKA ADDUNYAA HAARAA Faaruu Ermiyaas—Qabiyyee Kitaabichaa Afaan Oromoo Faaruu Ermiyaas—Qabiyyee Kitaabichaa https://cms-imgp.jw-cdn.org/img/p/1001061100/univ/wpub/1001061100_univ_sqr_xl.jpg nwt Faaruu Ermiyaas ful. 1367-1368