ARGISIISI Kitaaba Kitaaba Qulqulluu Uumama Baʼuu Leewwota Lakkoofsa Keessa Deebii Iyyaasuu Abbootii Murtii Ruut 1 Saamuʼel 2 Saamuʼel 1 Mootota 2 Mootota 1 Seenaa Baraa 2 Seenaa Baraa Izraa Nahimiyaa Asteer Iyyoob Faarfannaa Fakkeenya Lallaba Weedduu Weedduu Caalu Isaayyaas Ermiyaas Faaruu Ermiyaas Hisqiʼel Daaniʼel Hoseʼaa Yooʼel Amoos Obaadiyaa Yoonaas Miikiyaas Naahom Anbaaqom Sefaaniyaa Haagee Zakkaariyaas Miilkiyaas Maatewos Maarqos Luqaas Yohaannis Hojii Ergamootaa Roomaa 1 Qorontos 2 Qorontos Galaatiyaa Efesoon Filiphisiyus Qolosaayis 1 Tasalonqee 2 Tasalonqee 1 Ximotewos 2 Ximotewos Tiitoo Fiilmoon Ibroota Yaaqoob 1 Pheexiros 2 Pheexiros 1 Yohaannis 2 Yohaannis 3 Yohaannis Yihudaa Mulʼata Boqonnaa 1 2 3 4 5 6 7 Kitaaba Miikiyaas Boqonnaawwan 1 2 3 4 5 6 7 Qabiyyee Kitaabichaa 1 Murtii Samaariyaa fi Yihudaa irratti dabarfame (1-16) Cubbuu fi fincilli rakkina uume (5) 2 Cunqursitootaaf wayyoo! (1-11) Israaʼelonni tokko taʼuuf walitti qabaman (12, 13) Biyyattiin waca namootaatiin guutamti (12) 3 Geggeessitoonnii fi raajonni ni balaaleffataman (1-12) Miikiyaas hafuura Yihowaatiin humnaan guutame (8) Luboonni gatiidhaan barsiisu (11) Yerusaalem tuullaa diiggaa taati (12) 4 Gaarri Yihowaa ol ni kaafama (1-5) Goraadeen gara maarashaatti (3) ‘Maqaa Yihowaatiin deddeebina’ (5) Xiyoon ishiin iddootti deebifamte ni cimti (6-13) 5 Bulchaan guutummaa lafaa irratti guddaa taʼu (1-6) Bulchaan sun Beetaliheem keessaa baʼa (2) Warri hafan akka fixeensaa fi akka leencaa taʼu (7-9) Biyyattiin ni qulqulleeffamti (10-15) 6 Falmii seeraa Waaqni Israaʼelii wajjin qabu (1-5) Yihowaan maal si irraa barbaada? (6-8) Haqa, amanamummaa, gad of qabuu (8) Yakkaa fi adaba Israaʼel (9-16) 7 Amala hamaa Israaʼel qabu (1-6) Maatiin ofii diina namatti taʼa (6) “Obsaan nan eeggadha” (7) Sabni Waaqaa ni qulqullaaʼe (8-13) Kadhannaa fi jajannaa Miikiyaas dhiheesse (14-20) Deebii Yihowaan kenne (15-17) ‘Waaqni akka Yihowaa eenyu?’ (18) Deebiʼi Itti Fufi Maxxansi Ergi Ergi Miikiyaas—Qabiyyee Kitaabichaa KITAABA QULQULLUU HIIKA ADDUNYAA HAARAA Miikiyaas—Qabiyyee Kitaabichaa Afaan Oromoo Miikiyaas—Qabiyyee Kitaabichaa https://cms-imgp.jw-cdn.org/img/p/1001061100/univ/wpub/1001061100_univ_sqr_xl.jpg nwt Miikiyaas ful. 1541