Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Wangeela Yohaannis

Boqonnaawwan

1 2 3 4 5 6 7 8 9 10 11 12 13 14 15 16 17 18 19 20 21

Qabiyyee Kitaabichaa

  • 1

    • Dubbichi foon taʼe (1-18)

    • Wanta Yohaannis Cuuphaan dhugaa baʼe (19-28)

    • Yesuus Hoolicha Waaqayyoo (29-34)

    • Barattoota Yesuus jalqabaa (35-42)

    • Filiphoosii fi Naatnaaʼel (43-51)

  • 2

    • Cidha gaaʼelaa Qaanaatti godhame; bishaan wayiniitti jijjiirame (1-12)

    • Yesuus mana qulqullummaa qulqulleesse (13-22)

    • Yesuus wanta nama keessa jiru beeka (23-25)

  • 3

    • Yesuusii fi Niqoodimos (1-21)

      • Lammata dhalachuu (3-8)

      • Waaqayyo addunyaa jaallate (16)

    • Yohaannis yeroo dhumaatiif waaʼee Yesuus dhugaa baʼe (22-30)

    • Isa gubbaadhaa dhufe (31-36)

  • 4

    • Yesuusii fi dubartii Samaariyaa (1-38)

      • Waaqayyoon “hafuuraa fi dhugaadhaan” waaqeffadhaa (23, 24)

    • Namoonni Samaariyaa hedduun Yesuusitti amanan (39-42)

    • Yesuus ilma abbaa taayitaa tokkoo fayyise (43-54)

  • 5

    • Dhukkubsataa Beetazaataatti fayyifame (1-18)

    • Yesuus Abbaan isaa aangoo isaaf kenneera (19-24)

    • Warri duʼan sagalee Yesuus ni dhagaʼu (25-30)

    • Waaʼee Yesuus dhugaa kan baʼan (31-47)

  • 6

    • Yesuus namoota 5,000 nyaachise (1-15)

    • Yesuus bishaan irra deeme (16-21)

    • “Nyaata jireenyaa” kan taʼe Yesuus (22-59)

    • Namoonni hedduun dubbii Yesuusitti gufatan (60-71)

  • 7

    • Yesuus Ayyaana Daasii irratti argame (1-13)

    • Yesuus ayyaanicha irratti barsiise (14-24)

    • Ilaalcha adda addaa namoonni waaʼee Kiristoos qaban (25-52)

  • 8

    • Abbaan waaʼee Yesuus dhugaa baʼa (12-30)

      • Yesuus, “ifa addunyaa ti” (12)

    • Ijoollee Abrahaam (31-41)

      • ‘Dhugaan bilisa isin baasa’ (32)

    • Ijoollee Diyaabilos (42-47)

    • Yesuusii fi Abrahaam (48-59)

  • 9

    • Yesuus namicha qaro dhabeessa taʼee dhalate fayyise (1-12)

    • Fariisonni namicha fayyifame gaaffii gaafatan (13-34)

    • Fariisota warra jaamota taʼan (35-41)

  • 10

    • Tiksichaa fi gola hoolotaa lama (1-21)

      • Yesuus tiksee gaarii dha (11-15)

      • ‘Ani hoolota kan biroo qaba’ (16)

    • Yihudoonni Ayyaana Haareffamuu irratti Yesuusii wajjin wal argan (22-39)

      • Yihudoonni hedduun Yesuusitti hin amanne (24-26)

      • “Hoolonni koo sagalee koo ni dhagaʼu” (27)

      • Ilmii fi Abbaan tokkummaa qabu (30, 38)

    • Namoonni Yordaanos gama jiran hedduun ni amanan (40-42)

  • 11

    • Alaazaar ni duʼe (1-16)

    • Yesuus Maartaa fi Maariyaamiin jajjabeesse (17-37)

    • Yesuus Alaazaariin duʼaa kaase (38-44)

    • Mala Yesuusiin ajjeesuuf qopheeffame (45-57)

  • 12

    • Maariyaam miila Yesuus irratti zayitii dhangalaaste (1-11)

    • Yesuus injifannoodhaan seene (12-19)

    • Yesuus duʼa isaa ilaalchisee raajii dubbate (20-37)

    • Yihudoonni amantii dhabuun isaanii raajiin akka raawwatamu godhe (38-43)

    • Yesuus addunyaa fayyisuuf dhufe (44-50)

  • 13

    • Yesuus miila barattoota isaa dhiqe (1-20)

    • Yesuus Yihudaan gantuu taʼuu isaa dubbate (21-30)

    • Ajaja haaraa (31-35)

      • “Jaalala yoo waliif qabaattan” (35)

    • Pheexiros akka ganu raajiin ni dubbatame (36-38)

  • 14

    • Gara Abbaatti dhihaachuun kan dandaʼamu karaa Yesuus qofa dha (1-14)

      • “Karaan, dhugaanii fi jireenyi ana” (6)

    • Yesuus hafuura qulqulluu akka ergu waadaa gale (15-31)

      • “Abbaan na caala” (28)

  • 15

    • Fakkeenya muka wayinii isa dhugaa (1-10)

    • Ajaja jaalala akka Kiristoos argisiisuu ilaalchisee kenname (11-17)

      • Jaalalli kana caalu hin jiru (13)

    • Addunyaan barattoota Yesuus ni jibba (18-27)

  • 16

    • Barattoonni Yesuus ajjeefamuu dandaʼu (1-4a)

    • Hojii hafuura qulqulluu (4b-16)

    • Gaddi barattootaa gammachuutti jijjiirama (17-24)

    • Yesuus addunyaa injifate (25-33)

  • 17

    • Kadhannaa dhumaa Yesuus ergamoota isaa wajjin dhiheesse (1-26)

      • Waaqayyoon beekuun jireenya bara baraa ti (3)

      • Kiristiyaanonni kutaa addunyaa miti (14-16)

      • “Dubbiin kee dhugaa dha” (17)

      • ‘Ani maqaa kee beeksiseera’ (26)

  • 18

    • Yihudaan Yesuusiin dabarsee kenne (1-9)

    • Pheexiros goraadeetti fayyadame (10, 11)

    • Yesuus gara Haannaasitti geeffame (12-14)

    • Pheexiros jalqaba gane (15-18)

    • Yesuus Haannaas duratti (19-24)

    • Pheexiros siʼa lammaffaa fi siʼa sadaffaa gane (25-27)

    • Yesuus Philaaxos duratti (28-40)

      • “Mootummaan koo kutaa addunyaa kanaa miti” (36)

  • 19

    • Yesuus ni garafame, itti qoosames (1-7)

    • Philaaxos ammas Yesuusiin gaafate (8-16a)

    • Yesuus Golgootaatti muka irratti fannifame (16b-24)

    • Qophii Yesuus haadha isaatiif godhe (25-27)

    • Yesuus ni duʼe (28-37)

    • Yesuus ni awwaalame (38-42)

  • 20

    • Awwaala duwwaa (1-10)

    • Yesuus Maariyaam ishii Magdalaatti mulʼate (11-18)

    • Yesuus barattoota isaatti mulʼate (19-23)

    • Toomaas ni shakke, booda garuu ni amane (24-29)

    • Kaayyoo maraa kitaabaa kanaa (30, 31)

  • 21

    • Yesuus barattoota isaatti mulʼate (1-14)

    • Pheexiros jaalala Yesuusiif qabu mirkaneesse (15-19)

      • “Ilmoolee hoolaa koo soori” (17)

    • Egeree barattoota Yesuus warra jaallatamoo (20-23)

    • Xumura (24, 25)