Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

A7-B

Wantoota Guguddaa Jireenya Yesuus isa Lafa Irraatti Raawwataman—Jalqaba Tajaajila Yesuus

YEROO

BAKKA

TAʼEE

MAATEWOS

MAARQOS

LUQAAS

YOHAANNIS

29, birraa

Laga Yordaanos, tarii Bitaaniyaa Yordaanos gamaa ykn ishii bira

Yesuus ni cuuphame, akkasumas ni dibame; Yihowaan inni Ilma isaa akka taʼee fi akka itti gammadu beeksisee

3:13-17

1:9-11

3:21-38

 

Lafa Onaa Yihudaa

Seexanaan qorame

4:1-11

1:12, 13

4:1-13

 

Bitaaniyaa Yordaanos gamaa

Yohaannis Cuuphaan Yesuus Hoolicha Waaqayyoo akka taʼe dubbate; barattoonni jalqabaa Yesuus duukaa buʼan

     

1:15, 19-51

Qaanaa Galiilaa; Qifirnaahom

Dinqii jalqabaa raawwate, cidha irratti bishaan wayiniitti jijjiire; Qifirnaahom deeme

     

2:1-12

30, Faasikaa

Yerusaalem

Mana qulqullummaa qulqulleesse

     

2:13-25

Niqoodimosii wajjin haasaʼe

     

3:1-21

Yihudaa; Enoon

Gara baadiyyaa Yihudaa deeme, barattoonni isaa ni cuuphan; Yohaannis yeroo dhumaatiif waaʼee Yesuus ragaa baʼe

     

3:22-36

Xiberiyaas; Yihudaa

Yohaannis ni hidhame; Yesuus Galiilaa dhaquuf kaʼe

4:12; 14:3-5

6:17-20

3:19, 20

4:1-3

Siikaar, Samaariyaa keessa

Gara Galiilaa utuu deemuu warra Samaariyaa barsiise

     

4:4-43

Lafa Onaa Yihudaa