Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

A7-D

Wantoota Guguddaa Jireenya Yesuus isa Lafa Irraatti Raawwataman—Tajaajila Guddaa Yesuus Galiilaatti Raawwate (Kutaa 2)

YEROO

BAKKA

TAʼEE

MAATEWOS

MAARQOS

LUQAAS

YOHAANNIS

31 ykn 32

Naannoo Qifirnaahom

Yesuus fakkeenya Mootummichaa dubbate

13:1-53

4:1-34

8:4-18

 

Galaana Galiilaa

Bidiruu irra taʼee obomboleettii callisiise

8:18, 23-27

4:35-41

8:22-25

 

Gadaraa

Jinniiwwan booyyeetti erge

8:28-34

5:1-20

8:26-39

 

Tarii Qifirnaahom

Dubartii dhiigni ishii dhangalaʼaa ture fayyise; intala Yaayiros duʼaa kaase

9:18-26

5:21-43

8:40-56

 

Qifirnaahom (?)

Qaro dhabeessa arrabni hidhame fayyise

9:27-34

     

Naazireet

Ammas naannoo dhalootaa isaatti fudhatama dhabe

13:54-58

6:1-5

   

Galiilaa

Siʼa sadaffaaf Galiilaa keessa deeme; ergamoota isaa erguudhaan hojicha babalʼise

9:35–11:1

6:6-13

9:1-6

 

Xiberiyaas

Heroodis mataa Yohaannis Cuuphaa kute; Heroodis eenyummaan Yesuus isa yaaddesse

14:1-12

6:14-29

9:7-9

 

32, Faasikaa dura (Yoh 6:​⁠4)

Qifirnaahom (?); Kaaba Baha Galaana Galiilaa

Ergamoonni Yesuus lallabanii deebiʼan; Yesuus dhiirota 5,000 nyaachise

14:13-21

6:30-44

9:10-17

6:1-13

Kaaba Baha Galaana Galiilaa; Genesaarex

Namoonni Yesuusiin Mootii gochuuf yaalan; bishaan irra deeme; namoota baayʼee fayyise

14:22-36

6:45-56

 

6:14-21

Qifirnaahom

“Ani nyaata jireenyaa ti” jedhe; namoonni baayʼeen gufatanii biraa deeman

     

6:22-71

32, Faasikaa booda

Tarii Qifirnaahom

Barsiifata namootaa saaxilee

15:1-20

7:1-23

 

7:1

Fiinqee; Dikaapoolis

Intala dubartii biyya Fiinqee Sooriyaa fayyise; dhiirota 4,000 nyaachise

15:21-38

7:24–8:9

   

Magadaan

Mallattoo Yoonaas malee kan biraan hin kennamu

15:39–16:4

8:10-12