Koora
Koora; of bokoksuu
Fr 138:6; Fak 16:5, 18; Yaq 4:6, 16
Dabalataanis Fak 21:4 ilaali
Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:
As 5:9-14; 7:9, 10—Haamaan inni baayʼee kooru Mordekaay isaaf sagaduu diduu isaatti akka tuffatame isatti dhagaʼameera, koorri isaa kunis booda isa ajjeesiseera
His 28:11-15, 17, 19—Mootiin Xiiros qabeenyaa fi jabina isaatiin kan kaʼe of bokokseera; kanaan kan kaʼes, booda ajjeefameera