Sodaa
Romʼuu
Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:
Bau 32:1-4, 21-24—Aaron, siidaa jabbii akka tolchu sabichi yeroo dhiibbaa isarratti godhetti sodaa namaatiin moʼameera
Mar 14:50, 66-72—Ergamoonni hundi sodaa namaatiin moʼamuudhaan Yesuusiin dhiisanii baqataniiru, Pheexiros immoo Kiristoosiin ganeera
Caqasoota nama jajjabeessan:
Seenaa Kitaaba Qulqulluu si jajjabeessu:
2Se 20:1-17, 22-24—Yoshaafaax Mootichii fi sabni Waaqayyo diinoota hedduu fi humna guddaa qaban sodaatanii turan, taʼus Yihowaan tajaajiltoota isaa jajjabeesseera akkasumas oolcheera
Luq 12:4-12—Yesuus duuka buutonnisaa nama sodaachuu akka hin qabne ykn abbootii taayitaa duratti maal jennee falmanna jedhanii sodaachuu akka hin qabne isaan barsiiseera