Ijoollee Keessan Barsiisaa
warra kan taatan, ijoollee keessan barumsawwan Macaafa Qulqulluu gatii guddaa qaban barsiisuuf seenaawwan kanatti fayyadamaa.
Seensa
Yaadawwan kitaaba Keessa Deebii keessatti argaman qajeelfama ijoollee keessan guddisuuf isin gargaaru qabateera.
BARUMSA
Dhoksaa Beekuu Barbaannu
Macaafni Qulqulluun, waa’ee “dhoksaa” addaa Waaqayyo biraa dhufe tokkoo ni dubbata.” Atoo dhoksaan kun maal akka ta’e beekuu barbaaddaa?
BARUMSA
Ribqaan Yihowaa Gammachiisuu Barbaadde
Akka Ribqaa ta’uuf maal gochuu qabna? Waa’ee seenaa ishee dubbisi akkasumas caalaatti waa’ee ishee baradhu.
BARUMSA
Rahaab Yihowaatti Amante
yeroo Yerikoon baddetti Rahaabii fi maatiinshee kan oolan akkamitti akka ta’e baradhu.
BARUMSA
Abbaashee fi Yihowaa Gammachiisteetti
Intalli Yiftaa waadaa akkamii eegde? Fakkeenyashee hordofuu kan dandeenyu akkamitti?
BARUMSA
Saamuʼel Waan Sirrii ta’e Gochuusaa Itti Fufe
Fakkeenya Saamu’el horofuudhaan yeroo warri kaan wanta gadhee ta’e raawwatanitti illee wanta sirrii ta’e gochuu kan dandeessu akkamitti?
BARUMSA
Daawit Hin Sodaanne
Wanti Daawit goota akka ta’u isa godhe maal akka ta’e beekuuf seenaa Macaafa Qulqulluu dinqisisaa ta’e kana dubbisi.
BARUMSA
Kophummaa fi Sodaan Sitti Dhaga’amee Beekaa?
yeroo kophummaan itti dhaga’aametti Yihowaan Eliyaasiin maal jedhe? Wanta Eliyaasirra ga’erraa maal barachuu dandeenya?
BARUMSA
Yosiyaas Hiriyoota Gaarii Qaba Ture
Macaafni Qulqulluun Waan sirrii gochuun mucaa Yosiyaas jedhamuuf ulfaataa akka ture dubbata. Mee, hiriyoonni isaa kan isa gargaaran akkamitti akka ta’e ilaali.
BARUMSA
Ermiyaas Waa’ee Yihowaa Dubbachuu Hin Dhiisne
Ermiyaas waa’ee Yihowaa dubbachuusaatiin namoonni kan isatti qoosan ykn kan isatti aaran ta’us, waa’ee Waaqayyoo dubbachuusaa kan itti fufe maalifi?
BARUMSA
Yesus Yeroo Hunda Ni Ajajama Ture
Warra keetiif ajajamuun yeroo hunda salphaa miti. Fakkeenyi Yesus akkamitti akka si gargaaru ilaali.
BARUMSA
Waa’ee Yesus Barreessaniiru
Waa’ee namoota bara Yesus jiraatanii fi waa’ee jireenya isaa barreessan saddeetii baradhu.
BARUMSA
Ilmi Obboleettii Phaawulos Ija Jabeessa Ture
Dargaggeessi kun lubbuu eessumasaa oolcheera. Maal godhe?
BARUMSA
Ximotewos Namoota Gargaaruu Barbaada Ture
Akkuma ximotewos jireenya gammachuu qabu jiraachuu kan dandeessu akkamitti?
BARUMSA
Mootummaa Guutummaa Lafaa Bulchu
Yeroo Yesus lafa kana bulchu haallisaa maal fakkaata? Achitti argamuu ni barbaaddaa?