Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Tokkummaa Cimaa Qabna

Tokkummaa Cimaa Qabna

Garagalfadhu:

  1. 1. Samiin gurraachaʼaa jira.

    duraanis argineerra.

    Qilleensi ariʼatamaa

    Nutti deddeebiʼeera.

    Gargaarsa Waaqa keenyaatiin,

    Hundumaa dandeenyeerra.

    Meeshaalee nuttʼ aggaamaman

    Jala dhaabbachaa jirra.

    (BUUSAA)

    Sanyii garaagaraa taanus,

    Tokkummaa cimaa qabna.

    Yihowaan waan nu gargaaruuf,

    Jabaannee ni dhaabbanna,

    Jabaannee ni dhaabbanna.

  2. 2. Amanamuudhaan eegganna

    Abbaa keenya ʼsa guddaa

    Inni Waaqa fayyinaati

    Jaalalli isarraa madda.

    Sabasaa matumaa ʼin gatu,

    Hafuurri isaas nu cimsa.

    Diinni nu hin bittinneessu

    Gubbaa taaʼee nu tiksa!

    (BUUSAA)

    Sanyii garaagaraa taanus,

    Tokkummaa cimaa qabna.

    Yihowaan waan nu gargaaruuf,

    Jabaannee ni dhaabbanna.

    (CEESISA)

    Matumaa hin sodaannu;

    Fuulduruma dhaabbanna.

    Guutummaa eenyummaa keenyaa

    Waaqa keenyaaf kennina.

    (BUUSAA)

    Sanyii garaagaraa taanus,

    Tokkummaa cimaa qabna.

    Yihowaan waan nu gargaaruuf,

    Jabaannee ni dhaabbanna,

    Jabaannee ni dhaabbanna.