Wanta Haaraa
MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA
Yaadawwan Qoʼannaadhaaf Taʼan—Yeroo Dhiibbaan Sirra Gaʼu Ija Jabina Argisiisi
Ija jabina Ermiyaasii fi Ebeedmeleek argisiisanirraa maal baranna?
MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA
Gaaffii Salphaa Buʼaa Gaarii Argamsiisu
Atis akkuma Meerii gaaffii salphaa tokko gaafachuudhaan namoota hedduu qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisuu dandeessa.
MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA
Michuu Dhugaa Taʼuun kan Dandaʼamu Akkamitti?
Kitaabni Qulqulluun yeroo dhiphinaatti michuu dhugaa qabaachuun faayidaa guddaa akka qabu dubbata.
MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA
Ofittummaa Addunyaa Keessatti Babalʼaterraa Of Eegi
Namoonni hedduun mirgii fi kunuunsi addaa akka isaaniif malu isaanitti dhagaʼama. Qajeelfamoota Kitaaba Qulqulluu ilaalcha akkasiirraa fagaachuuf nu gargaaran muraasa ilaali.
MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA
“Matumaa Kophaa Koo hin Turre”
Anjeelitoo Baalboʼaan yeroo rakkoowwan ciccimoon isa mudatanittillee Yihowaan yeroo hundumaa isa wajjin akka jiru kan amanu maaliif akka taʼe dubbisi.
MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA
Guraandhala 2025
Maxxansi kun mata dureewwan Ebla 14–Caamsaa 4, 2025tti qoʼataman qabateera.
ODUU HAARAA
Gabaasa Qaama Olaanaa 2024 Lakk. 7
Gabaasa kanarratti, waaʼee obboloota keenya addunyaa maratti argamanii ni dhageenya; akkasumas gaafannoon nama jajjabeessuu fi miseensota Qaama Olaanaa haaraa kan taʼan Joodii Jideelii fi Jeekoob Raamfiif godhame ni dhihaata.
BARREEFFAMA QO'ANNAA WALGA'II JIREENYAA FI TAJAAJILA KIRISTIYAANAA
Bitootessa–Ebla 2025
DEEBII GAAFFII KITAABA QULQULLUU
Bineeldonni Gara Samii ni Dhaquu?
Kitaabni Qulqulluun beelladni ykn sareen samiirra jiraatu akka jiru hin dubbatu; kanaafis sababii quubsaan jira.
KUUSAA KEENYA KEESSAA
Rakkinni Dinagdee Jiraatus Yihowaa Tajaajiluu
Dhugaa Baatonni Yihowaa Filippiinsi keessa jiraatan bara 1970mmanii fi bara 1980mmaniitti rakkinni dinagdee cimaan isaan mudatee ture. Yeroo haalli rakkisaan nu mudatutti, fakkeenyi isaanii akkamitti nu gargaaruu akka dandaʼu hubadhaa.
GAAFFIIWWAN YEROO BAAYʼEE GAAFATAMAN
Dhugaa Baatonni Yihowaa Hojii Lallabaa Isaaniitiif kan Leenjifaman Akkamitti?
Lallabuu fi barsiisuu kan barannu akkamitti?
FAARFANNAAWWAN ADDAA
Jireenya Dhugaa
Abdii gara fuulduraa irratti xiinxaluun jabina haalawwan rakkisoo dandamachuuf nu gargaaru argachuuf nu dandeessisa.